Barruulee Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps Barruulee addaa addaa asii ni argattuu Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps Comments
Seenaa Motummaa Jimmaa (kutaa 1ffaa) Dhuma Jaarraa18fii jalqaba jaarraa 19ffaa kessatti walittii dhufenyaafii walittii hidhaminsii ummata oromoo jimmaa motummaa shanan gibee bu’uresseraa. Sababiin waliittii hidhaminsa motummota shanan gibee (Limmuu Geeraa Gumaa Goommaa fi Jimmaa) waraana takkaahuu loola jaarraa 14ffaa bara mootii motummaa Kirstaana kaaba itiyophiyaa kan ture Amda Tsiyon irraa kaasee hanga dhuma jaarraa 18ffaatti motoota kirstaana Shawaa walin taasifamaa tureetuu walittii dhufenyaafi waliitii qabaminsa motota shanan gibeetif kakka’umsa ta’eraa. As irattii haayyuun seenaa beekkamaan Professor Mohammed Hasen kitaaba isaanii “๐ฉ๐๐ ๐ค๐ง๐ค๐ข๐ค & ๐๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐๐๐ฃ ๐๐๐๐๐ก๐๐ฃ๐ ๐ ๐๐ฃ๐๐๐ค๐ข:1300-1700) jeedhuu irrattii bu’ureessaa motummaa kirstaanaa kabaa kan ta’e amde tsiyon bara 1370 irraa kaasee hanga dhuma jaarraa 18fffatti loolliifii waraannii akkaan laallessaa ta’e waraana motoota kirstaanaafii motoota shanan Gibee (kessattuu motummaa Limmuu Inaariiyaa) jidduuttii rawwatama tuuree hanga m... Read more
Siirah Seenaa Nabii Muhammad (Saw) kutaa 2ffaa Seenaa Nabiyyii barachuu fi qo’achuu keessa, Nabiyyiin abbaa manaa akkami, hogganaa akkamii, bulchaa akkamii, barsiisaa akkamii, abbaa murtii akkamii, daa’i akkami, Zaahida akkamii akka ture beekna. Haala fi eenyummaa keenya osoo adda hin baasin hundi keenyayu seena Nabiyyii qo’achuu irraa faaydaa guddaa arganna. Daa’in (namni gara Islaamatti namoota waamu) maloota, marsaalee daaw’aa, marsaalee hundaaf karaa sirrii hordofuu qabu seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti ni argata. Seenaa kanarraa wanti daa’in fayyadamu: namootaan akkamitti akka wal qunnamuu fi Islaamatti waamu, Nabiyyiin (SAW) jecha Rabbii oltaasisuuf humna guddaa akka baase itti dhagahamu, gufuwwanii fi rakkoolee isa qunname akkamitti akka too’ate, rakkoolee cimaa fi fitnaa fuundura dhaabbanni sirriin maal akka ta’e ni barata. Barsiisaan-manatti ykn mana barnootatti ijoollee barsiisus seenaa Nabiyyii (SAW) keessatti nabiyyiin dhaloota hawaasa Musliima seenaa guddaa hojjatan akkamitt akka barsiise fi guddise ni barat... Read more
Seenaa Bu’ureeffama motummaa shanan Gibee Bu’ureeffamni motummaa shanan Gibee kunii loola mootoota kirstaana Kaabaa fi loola motoota Amara Shawaa ifirraa akka qolatan gargaaru danda’us faallaa sochii babal’ifannaa daanga ummata Oromoo Meccaaf Tulamaan taasifamaa tureen, motuimmaan shanan Gibe aadaa dudhaa, amantiif bulchiinsa siyaasdinagdee qabuu gara naannoo biraattii geessuu irrattii akkaan dadhabaa turee. Sababa kanaafis motoonni Amara Shawaa dhuma jaarraa 19ffaa kessattii humna loltuu isaanii akkaan cimsuun Motii Minilik IV durfamaa weerara gita-bittummaa gara kibba Itiyoophiyaatti taasisanin ummata Oromoo cabsaa daangaa isaanii babal’ifachaa humna loltuu isaanii ergaa akkaan ijaaraniin booda soochii isaanii gara motummaa shanan gibeetti taasisaniin tarsimoo qabatan keessaa loola malee waligalteedhaan biyyaa ykn motummaa if danda’e jaarraa 7 olif tuuree of jalatti galfachuu dandaa’aniruu. Waligalteen kuunis mootii jimmaa Abbaajifaar fi mootii Amara Shawaa Minilik gidduttii kan taasifamee tuuree. As irrattii wantii hu... Read more
Comments
Post a Comment