ስለ ሂጅራ ባንክ
በኢትዮጵያ በሙሉነት የሂጅራ ባንክ ብቻ እየተጠቀመው ያለውና ሙሉ በሙሉ በሸሪዓ መርህ መሠረት ለሚንቀሳቀሱ ባንኮች የተዘጋጀው የi Mal ኮር ባንኪንግ ሲስተምን ለማዘመን በየዓመቱ የሚደረጉት የባንክ ሲስተሙ አፕዴቶች በየዓመቱ ከሸሪዓ መርህ ጋር ሙሉ ለሙሉ መጣጣማቸው ከAAOIFI የሸሪዓና የፋይናንሻል አካውንቲንግ መመዘኛ (Standard) ጋር ተስማሚ መሆኑን የሚፈተሽ ሲሆን በአዲሱ ዓመትም ተመርምሮ የ2023 የተስማሚነት ሰርተፊኬት አግኝቷል።
AAOIFI ለኢስላማዊ የገንዘብ ተቋማት በሂሳብ ስራ እና በሂሳብ ምርመራ ሸሪአዊ በሆኑ ጉዳዮች ላይ በስነ ምግባርና በአስተዳደራዊ ጉዳዮች ላይ መስፈርት/መለኪያ የሚወጣ ለትርፍ ያልተቋቋመ ዓለም አቀፍ ተቋም ነው፡፡
✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳✳
Siistamni Koor baankiingii Baankiin biyya keenya keessatti baankin Hijraa qofti gutumaa gutuutti ittiin fayyadama jiru iMaal jedhama. Imaal kun akka adfunyaatti baanki ribaa irraa bilisa ta'anif kan qophaahee fi ulamoota baanki islaama irratti beekamati fi beekumsa qabanin bakeemti kan qabu.
Sistami baanki Imaal jajjabeessuu fi hamayyoomsuuf bara baraan jijjiramamni (update) addaa addaa itti dabalama. Kanneen itti dabalaman walin waggaa waggaadhaan seera Shari'a islaama waani faalleessu akka keessa hin jirree wagga waggaan madaliin ni taasifamaafi.
Madaalin taasifamu kun madaallii AAOFI (Accounting and Auditing Organization for Finacial Institution) qopheesseen istaandaardii shari'aa fii faayinaansii Islaamaa wajjiin kan wal simatu tahuu isaaf ragaa sartafikeeta gahumsaa bara 2023 argatee jira. Dhaabbanni AAOFI jedhamuun beekamu dhaabbata bu'aadhaaf hin hundoofnee fii dhaabbilee faayinaansii Islaamaa gama hojii herregaa fii qorannoowwan herregaa (faayinansii) irratti akkasumas bulchiinsa gaarii fii dhimmoota gama shari'aatiin jiran irratti qoran adeemsisuudhaan dhaabbata gulaalliiwwan adda addaa baasudhaan dhaabbata beekkamtii kennuudha.
Comments
Post a Comment